المدة الزمنية 16:41

Amiinaan Lubbu Kennaatti Deebiste] Imaanaa Imaltuu Kutaa 7ffaa

بواسطة Oromia 24
14 822 مشاهدة
0
1.1 K
تم نشره في 2020/08/12

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a. Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha. +251937386564 Join Us Telegram: t.me/oromia24 Facebook: https://www.facebook.com/Oromia24 #Oromia24 #oromia #Ethiopia

الفئة

عرض المزيد

تعليقات - 117
  • @
    @lenchaelemo7249منذ 4 سنوات Masha Allah jalalaa bayyee nammattii toluu garu amantaa kessanis qabadha annii Islaama isiniif filaadheraa b/c rabbiitu nuuf file waan ta'eef 2
  • @
    @aburayyaan6124منذ 4 سنوات Asosamniifi mudannoleen asirratti dabran hundinuu nama buhaarsu kan darban dhaggeffataa kan dhufu eegna bayyee namatti Tola itti jabaadhaa 13
  • @
    @urjiisanyiihaceehundesa7903منذ 4 سنوات Gammee kooo YouTube keee jalqaba kasen dhagefadha bayyee namatii Tolaa gafan gadeee illee wan attii kanan durraa dabarsitee dubatii debi'een dhagefadha guddaa galatomii nuf jiradhuu 1
  • @
    @saras3982منذ 4 سنوات Wowowow asosama baay'ee namati tolu jabadhuu gamee baromisaa guudaa ofii kessaa qaba dhumisaa isaa akka bareduu abdii qaba❤❤❤❤
  • @
    @zedoshewasalale5426منذ 4 سنوات Kooyaa Shumbee mee chim goonaa Amiinaa fi kennaa Anayyu jaalala na qabsiiftani boo .oromia24 2
  • @
    @jesusismylife9525منذ 4 سنوات Bay'ee namati tolaa jabaadhu gammiyyee 4
  • @
    @simbooshawaa3847منذ 4 سنوات Wwwwwooowwuu namati tolaa itti fufaa jedhe yaada wagga booda hojii qabatani hojii danda'uu kanaaf homtu gidduu hin galu jedhee yaada ammati maati Amiina id="hidden2" class="buttons"> soddadhe waqaajalaaltu beeka warri nuuqophesitaani nuu dabarsita Galani keesani dachaadhaa ....وسعت
  • @
    @user-io4es4oh9kمنذ 4 سنوات Waawaa waaqayyoo dhumaa isaanii yaa barechuu Aminaafi kenna❤❤❤ 2
  • @
    @abdaalajimma1924منذ 3 سنوات Gammee heduu galatomi Asossaamni baay'ee namati tola❤❤❤ 1
  • @
    @user-jd8kp4zl4dمنذ 4 سنوات waqaayyoo dhumaa isaani haabareechuu gaaltoomii gaammee
  • @
    @furtuujirenyaa2599منذ 4 سنوات Jabadhaa ittii fufaa baay'ee Nama boharsaa dhumarraa garuu wan gariidhaan ykn jechaamotaa gariin nuf xumuraa rabbin wan garii nuhaa dhagesisuu yoo jarrii lameen waliin milkawaanii jirataan kunii kennaa kodhaa garuu yoo rakkon jiratee nuf hin dabarsinaa ykn dhagahuu hin fedhuu rabbirraa abdii qaba akka jalqabaa hagaa dhumatii milkaahanuu ☝️ ....وسعت
  • @
    @halimaorotube2314منذ 3 سنوات Bayyee si dinqisiffadhaa ayyalla ejeree kan lamafa. Sin jedhee 3
  • @
    @kennaatube5029منذ 4 سنوات Wayoo kenaan bagaa Boqachiftuu argatee goftaan dhumaa isani haa barechuu
  • @
    @elsabetgalataa8411منذ 4 سنوات Bayee namatii tolaa jabadhaa xummurii isaanis akjaa garrii ta'u abdiin qabaa
  • @
    @sameyahsameyah2301منذ 4 سنوات Uttu oromia 24 jiruu muka'uun
    Hin yaadamu yoo qalbii boharsuu feetan Asoosaamnis jira yoo barbaadan seenaan jaalalaas jira As goraa hafuura baafadha gammee birraa hunduu jiraa
  • @
    @badriitube8375منذ 4 سنوات Bagaa nagahaan dhuftee gaammee jiraadhuu gamessaa namaa❤
    Mal qabaa osoo jaalallii akkumaa yeroo jalqaabaattii ittii fufee jaalallii yeroo duraafii yeroo bodaa maliif wol addaa ta'ee ❓ woyii yaa jaalalaa
  • @
    @diboraayesus163منذ 4 سنوات Uuufffeeee waqqayyooo kan abirahamif saraa haa ta'uu 4
  • @
    @makkoadam8287منذ 4 سنوات Rabbiin addaan isaan hin baasiin kan biraa kaniin jedhuu hin qabu♥️❤️♥️♥️❤️♥️ 5
  • @
    @gege4580منذ 4 سنوات Jaalalii mo'atadhaa waqayyoo jaalaala milkii isinif yaa tasisuu dinni issin hin argin
  • @
    @mohammedabdulyidalloomanna4430منذ 4 سنوات Welcome to gamee koo dhumaa isaa nuu haa dhageesisuu wan bareduu bayee namaa dinqisisaa garuu jabadhuu gamee koo
  • @
    @bezuneshtube570منذ 4 سنوات Bagaa Nagahan dhuftee gamee♥️♥️ yaa waqayyoo dhumaa isaa milkesii 1
  • @
    @madinaintalaxiqii5488منذ 4 سنوات Ana dhufu Gamme baga jirrate sii jajjabesuuf male dhagefadhe hin beeku yeroo ama mudamma qabsoo jirra ati jabadhu
  • @
    @hawwiijaalmarroo4100منذ 4 سنوات Baye namati tolaa jabadha iti nuf fufaa ❤️❤️ 1
  • @
    @chaltujaldduutohme1746منذ 4 سنوات wow bayy'ee bareedaa sanyii koo galatoomi
  • @
    @ambaraambara6351منذ 4 سنوات Rabbiini hangaa dhuma toko isani hagodhu bayyee namati tola
  • @
    @warqiimuletaa1127منذ 4 سنوات Seenaa dhugaa fakkata maloo uuufff umurii dheeradhaa qomoo ko ❤️❤️❤️ 1
  • @
    @kojooojo5300منذ 4 سنوات Uuuuuuuuuu ffffffffff malomalo garaa koo na bada an jabadhu
  • @
    @kiyayemam658منذ 4 سنوات Woll come gammee keenya baga nagaan nuuf dhuftee
  • @
    @baadiyyaafirst5094منذ 4 سنوات bay'ee nama tola jabadhuu kutaa itti anu abdin si egina
  • @
    @Hindiyaatمنذ 4 سنوات Jabaadhuu gammee koo barnoota heddu chanela kan irra argataa jirraa
  • @
    @bontuambo5422منذ 4 سنوات Rabbiikoo jalalaa akkanaa nafi yaa kennuu Ammmen jedha mee maaloo
  • @
    @zawuditu6012منذ 4 سنوات Waqqayyoo addan isaan hin basin galatomi gamee 1
  • @
    @tadalutadalu8715منذ 4 سنوات Baga nagan dhufte game keenya dhumma isaan tokko tasisi waqayyoo jalali dhugaa jalqaba hamma dhummati yoo ta'e heddu namati tola 1
  • @
    @huzeyfiijimmaahuzeyfiijimm2909منذ 3 سنوات Wel come oromia 24 baga nagan dhuftaan
  • @
    @kololeyadasayadasa8348منذ 4 سنوات Asosama kana irra ergga Baay'ee nama barsisufi nama boharsuu heddutu jira
  • @
    @awalyousaf9953منذ 4 سنوات waqqayyo hanga dhumaa walin isaan yaa jiraachisu adda isaan hin bassin
  • @
    @semirashemsu8461منذ 4 سنوات Bayye namati olla dhumanisa mala ta'a lata Gammee kenya galtomi 1
  • @
    @sarahnaoum659منذ 4 سنوات Bayyee kaan nama bashaananssisudha kaan barnoota qabudhaas Galaatomi Gammee kenyaa waan bayyee
  • @
    @adanubekele8292منذ 4 سنوات Baga Dhufate Gamee dhumaa isa hin bareda nati fakkata itti fufii si jalanaa
  • @
    @sifuuorimiyyaa2749منذ 4 سنوات Kunii 5 imimaan qabachu na dhogee Yaa hadhaa namaa
  • @
    @seenakaayyoofi677منذ 4 سنوات Waqaayo waliiti isaani haa habiisuu namatii toluu dhugaatiu maloo kaa
  • @
    @hawwiwuddinehcaalaa653منذ 4 سنوات dhumaratti kenna fi aminaan obbola tau dhagessan
    asosama bayye namatti toludha gaalatomi gamme
    1
  • @
    @oromomerondegefaa2679منذ 4 سنوات Isani Lamaanu wan wal jalatanifi bodee dhumaa iratii wan milknii natii fakataa umaratii!!
  • @
    @mettaamedia4085منذ 4 سنوات Kottaa mee nabiraasii ijollee 0romoo matii atanuu guddaa galatomii oromoo 24https://youtu.be/D3v_4PjJRYw 2
  • @
    @sifaamamiyyee3306منذ 4 سنوات Barumsaa gudaa qabaa heduu glt gamee koo